LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAME

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /28.09.2008/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Baatii Shimalis cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.