
Lubbuuwwan afur cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalaman.
Sanbata guddaa darbe /06.07.2008/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti ijoolleen afur cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamaniiru. Isaanis Mo'aa Daniel, Kennasaa Gurmuu, Seenaa Kabbadaa fi Seenaa Duulaa turan. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta.u.