Daangaan gar-gar ba’umsaa ni diigame
"Gooftaan Dubbii Galagalcheera!"

April 22/2007 oduu gammachiisaa guddaan magaalaa Oslo waldaa wangeelaa Oromoo Osloo irraa dhaga’ame. Oduun gammachiisaan kunis waggoota sadiif addaan ba’anii iddoo garaa garaatti waaqeffachaa kan turan amantoonni tokkummaa isaanii waliin labsuudhaan iddoo tokkootti waaqeffachuuf walii galanii labsii guddaa baasuu isaanii ti...  

Ergaa Luba Waldaa

Sagalee Misiraachoo
Waggaa shan dura, gaaf tokko lafa hojii kootti yaadaan badee utuun jiruu miiltoon koo tokko 'ergaa nabiraa qabda' naan jedhe. 'biirookoo jiraa eger kottuu fudhu!' jedhe itti dabalee.    
As tuqaa ..

Konfiransii Hafuuraa

"The usual is Over"
We had a wonderful spiritual revival meetings from March 30-April 2, 2007..The meeting began on Friday, March 30th night. That day was a night prayer meeting and Mr. Almawu Gari was a speaker.
As tuqaa ..


"Madaa isaatiin Fayyifamtaniittu"
April 6-8/2007 Waldaan Kristaanaa Wangeelaa Oromoo Osloo walga’ii hafuuraa qopheessitee turte. Ayyaana dhiphinaa fi du’ee du’aa ka’uu Yesuus Kristoos sababeeffachuun sagantaan qophaa’e sun eebba guddaadhaan xumurame.    As tuqaa ..


"Inni dhihe nibari'a!"
Sagantaa isa gaafa guyyaa sadaffaatti kan sagalee nuuhiran Paster Tsegaa Yesus Hurrisaa ti.Inni dhihe nibari'a mataduree jedhu irratti sagalee eebbaan guuteen barumsa sagalee Waaqayyoo kan kennan ta'uu isaa irra iyyuu waaqeffannaa ho'aan ta'eera.       As tuqaa..