| Far. 29:3-9 "Sagaleen Waaqayyoo galaana irra in dhangala'a,...humnaan in dhagaama,...surraadhaan in socha'a,..muka gaattiraa in caccabsa,...inni tulloota libaanon akka jabbii tulluu Sooriyaas akka dibicha gafarsaa in burraaqaisa,...balaqeessa akka ibiddaa in finiinsa....lafa duwwaa in sochoosa,..qilxuu of irra in naannessa, mukeetii caakkaa irraas baalaa fi damee in cira. " | ||
| ||