LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAME

cuuphaa Beekan Asfaw

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa har'aa /17.10.2010/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Beekan Asfawu cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.