LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAME

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa itti fufee jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /21.12.2008/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Fenetii Tamirat cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamtetti. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.