cuuphaa Kaayyoo Kiisii

AMMAS LUBBUU HARAAN MAATII WAAQAYYOOTTI DABALAMAA JIRA!

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /25.07.2010/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Kaayyoo Kisii cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Ammas Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.