LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAME

Cuuphaa Kee'olim Tamrat

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa gaafa 25.09.2011 waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Kee'olim Tamrat cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.