LUBBUU HARAAN MAATII WAAQAYYOOTTI CUUPHAAN DABALAME

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /30.05.2010/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Kennaa Duulaa cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Ammas Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.