Waaqayyo ammas maatii isaa babal'isaa jira!

Daa'imootni lama cuphaatiin maatii Waaqayyootti dabalaman!

 

Lubbuun haaraan lama cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalaman.
Sanbata guddaa darbe 13.02.201, waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daa'imooni lama cuphaatiin maatii Waaqayyootti dabalamaniiru. Daimootni sambata kana cuphaman daa'ima Simboo Daniel fi da'ima Nurobeka Badhaasaa ti. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.