LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAME

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!
Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /06.12.2009/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Olinaf Asfawu cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalameera. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.