LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAMTE

SURRAANEE KIBRUU CUUPHAMTE

Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!

Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamte.
Sanbata guddaa darbe /26.06.2011/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Surraanee Kibruu cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamteetti. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.