
LUBBUU HARAAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAMTE
Waaqayyo ammas maatii isaa bal'isaa jira!
Lubbuun haaraan cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalame.
Sanbata guddaa darbe /17.04.2011/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Siifan Kabbadaa cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamteetti. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.