CUUPHAA- KEEOLIM TAMRAT

UOECE 2nd Annual Conference – A Sensational Success Story!
UOECE 2nd Annual Conference – A Sensational Success Story!

The much anticipated 2nd UOECE annual conference which was hosted by and held in our church from 9-12 June 2011 was successfully completed. The conference was quiet phenomenal and never before have had Oromo believers in Europe experienced such enormous and unique gathering.

Read more...

Barnoota amantii cimsannaa fi kan tajaajilaaf nama qopheessu ji'otaaf kan hordofan amantootni 2 June 26.2011 eebbifamaniiru. Leenjii isa alanaa kanaan barnoota amantii cimfannaa isanii baratanii waraqaa ragaa fudhachuu dhaan kan eebbifaman Obbo Badhaasaa Abdiisaa fi Durbee Adii Waaqoo si'a ta'an isanis waraqaa ragaa qindeessaa waoldattii obbo Yonas Hambisaa harkaa fudhataniiru.
SURRAANE KIBRU

Easter Festivity at Our Church

Sanbata guddaa darbe /17.04.2011/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti daaimni Siifan Kabbadaa cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamteetti. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta'u.

Waaqayyo ammas maatii isaa babal'isaa jira!

Church Women's Day 2010
Norvald Yri
Luba Tarreessaa Qannoo

cuuphaa Beekan Asfaw

H/W Gammachis Karrasaa

Sambata duraa gaafa 25 fi Sambataguddaa gaafa 26.09.10 adeemsifamaa kan ture konfransiin afuraa xumurameera. Konfransii kana irratti sagalee waaqayyoo kan nuuf fidan biyya nezerland irraa H/W Gammachis Karrasaa si'a ta'an mata duree "Waaqayyoo wajjin tokkummaa dhugaa qabachuu " jedhu irratti barumsa sagalee waaqayyoo kennaniiru. Guutummaa barumsa kanaa dhaggeeffachuuf asi xuqaa.

youth conference 2010

Waldaan Mishinerota gara biyyaa adeeman gaggeessite!

Solomon & Nora

cuuphaa Kaayyoo Kiisii

TWOWWA

Cuuphaa Meelaa Damaraa

easter confrence

Obbo Taadasaa Galataa

rivival conference with Desalegn Etefa at Oslo Church

kissi

LUBBUUWWAN MAATII WWAAQAYYOOTTI DABALAMAN

Lubbuuwwan sadii cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalaman.
Sanbata guddaa darbe /25.11.2007/ waldaa amantoota Wangeelaa Oromoo Oslootti ijoolleen sadii cuuphaadhaan maatii Waaqayyootti dabalamaniiru. Isaanis Nanawwe Robsan, Duretti Dani’eelii fi Nahoor Desalegn turan. Waaqayyo isa Waldaa isaa egguu fi eebisuuf galanni guddaan haa ta.u.

 

"Mootiin ulfinaa akka olgalutti, kellootaa ol banamaa! Isin yaa balbaloota dur durii ol qabamaa!" Far.24:9.

 

"Mootiin ulfinaa akka olgalutti, kellootaa ol banamaa! Isin yaa balbaloota dur durii ol qabamaa!" mata duree jedhuirratti farfattoota WKWOO tiin kan qophaa'e qophiin waaqefannaa addaa dilbata gaafa 04.11.07 ta'eere. Qophiin akkasii waga waggaan waldaa kana kessatti kan adeemsifamu si'a ta'u bara 2005 ti " Waanti afuura baafatu hundumtuu Waaqayyoon hajejatu, Waaqayyoon jeja dhaa" mata duree jedhu irratti, bareengaddaa immoo " Ani waan haaraan godha, innis immoo amma biqila!" mata duree jedhu irratti qophiin addaa qophaa'uun isaa niyaadatama.

Qophii isa alanaa kana irratti barreefamni sagalee waaqayyoo bifa gara garaa tiin akkasumas farfannootni gara garaa gurmuu farfannaa tiif dargaggoota ABDII BORII tiin dhihaataniiru. Kana malees galiin isaa babal'ina hojii wangeelaaf kan oolu caal-baasiin ta'ee galiin kronera 12,000 ol ta'u argamuu isaa beekuun danda'ameera.

Klipii video qophii kanaa ilaaluuf as xuqaa.

 

Qorannoo MQ kutaa 5ffaa

Qorannoo macaafa qulqulluu kuta afuraffaa keessatti waa’ee eenyummaa amantootaa ilaaluun keenya ni yaadatama. Amma ammoo kutaa isa 5ffaa kana kessatti waa'ee kennaa ayyaana Waaqayyoo qabannee dhihaanneerra.Walumaa galatti ergaan Pheexroos isa jalqabaa kana keessaa kutaan inni jalqabaa kan inni hundaa’u 1Phex. 1:1-3 yennaa ta’u innis kutaa Pheexroos keessatti nagaa dhiyeesse ture. Nagaa isaa keessatti waa’ee eenyummaa mataa isaatii, waa’ee eenyummaa Waaqayyoo fi waa’ee eenyummaa amantootaa gabaabaatti ibsee ture

WAAQAYYO BIFA

ADDAATIIN WAAQEFFAME!

 

 

AYYAANNI GUYYAA DUBARTOOTAA KABAJAME

Ayyaanni guyyaa dubartootaa inni baranaa dilbata gaafa 1.07.07 bifa addaatiin kabajamee ooleera. Woggootii darbanitti akkuma ta'aa ture ayyaanni inni baranaas jalqabaa hanga xumuraatti kan qindaa'e obbolettiwwan waldattitiin si'a ta'u guyyichi guyyaa Waaqayyo bifa addaatiin itti ulfaate ta'ee ooleera.

LUBBUUWWAN MOOTUMMAA WAAQAYYOOTTI DABALAMAN

Ji'a ja'an darbaniif waldaa keenyaan kan kennamaa ture barnoota amantii cimsannaa fi qophii tajaajilaa hordofaa kan turan namootni lama Waxabajjii 10, 2007 eebbifaman...

Daangaan gar-gar ba’umsaa ni diigame
"Gooftaan Dubbii Galagalcheera!"

April 22/2007 oduu gammachiisaa guddaan magaalaa Oslo waldaa wangeelaa Oromoo Osloo irraa dhaga’ame. Oduun gammachiisaan kunis waggoota sadiif addaan ba’anii iddoo garaa garaatti waaqeffachaa kan turan amantoonni tokkummaa isaanii waliin labsuudhaan iddoo tokkootti waaqeffachuuf walii galanii labsii guddaa baasuu isaanii ti...  

Ergaa Luba Waldaa

Sagalee Misiraachoo
Waggaa shan dura, gaaf tokko lafa hojii kootti yaadaan badee utuun jiruu miiltoon koo tokko 'ergaa nabiraa qabda' naan jedhe. 'biirookoo jiraa eger kottuu fudhu!' jedhe itti dabalee.    
As tuqaa ..

Konfiransii Hafuuraa

"The usual is Over"
We had a wonderful spiritual revival meetings from March 30-April 2, 2007..The meeting began on Friday, March 30th night. That day was a night prayer meeting and Mr. Almawu Gari was a speaker.
As tuqaa ..


"Madaa isaatiin Fayyifamtaniittu"
April 6-8/2007 Waldaan Kristaanaa Wangeelaa Oromoo Osloo walga’ii hafuuraa qopheessitee turte. Ayyaana dhiphinaa fi du’ee du’aa ka’uu Yesuus Kristoos sababeeffachuun sagantaan qophaa’e sun eebba guddaadhaan xumurame.    As tuqaa ..


"Inni dhihe nibari'a!"
Sagantaa isa gaafa guyyaa sadaffaatti kan sagalee nuuhiran Paster Tsegaa Yesus Hurrisaa ti.Inni dhihe nibari'a mataduree jedhu irratti sagalee eebbaan guuteen barumsa sagalee Waaqayyoo kan kennan ta'uu isaa irra iyyuu waaqeffannaa ho'aan ta'eera.       As tuqaa..